WAASHINGITAN, DIISII —
Hoji gaggeessaan kubbaaniyyaa Teelekom ka Keeniyaa ‘Safaricom’ harra du’aan addunyaa kanarraa darban.
Miseensonni Boordii Kubbaaniyyaa Safaricom Koolimoor harra ganama lubbuun isaanii darbuu beeksiseera.
Your browser doesn’t support HTML5
Bob Koolimoor Hoj Raawwachiisaan Kubbaaniyyaa Teelekom ‘Safaricom’ Du’aan Boqotan