DADAAB, KENIYAA —
Biyya Keeniyaa keessatti yoo rakkoon shororkeessitootaan bakka tokkotti mudatu baqataan Dhadhaab keessa jiraatu rakkoo hedduuf saaxilama jedhu baqattoonni Dhadhaab jiraatan.
Baqattoonni kun mootummaan murtee Dhadhaab cufuullee lafaa utuu ilaalee jechuun gaafatanii jiru; Galmoo Daawit
Your browser doesn’t support HTML5
‘Dabaree Ta’een Shororkeessitootaan Biyyatti Keessatti Mudateen Baqataan Nagaan Bakka Lixaa Dhaba’ Baqattoota Dhadhaab