NAAYROOBII —
Koreen dhimma daangaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaa, magaalaa afaan galaanaa ka Keeniyaa – Mombaasaa keessatti walga’uudhaan, waa’ee daangaa biyyoota lamaan gidduu haaressuu irratti mari’atanii jiran.
Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa – Melles Aalem, daangaa biyyoota lamaanii irra mallattoolee dhaabuun, funaansa gibiraaf, akkasumas, to’annaa nageenya naannoo daangaaf barbaachisaa tahuu isaa dubbatu.
Galmoo Daawit tu Naayiroobii irraa gabaase
Your browser doesn’t support HTML5
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan Mallatoo Daangaa Lameensaanii Gidduu Jiru Haaressuufi