‘Dhiphuu Keessa Jirra’ – Lammilee Oromoo Sudaan Jiran

Hiriira mormii Sudaan, Amajjii 13, 2019

Hiriira mormiirra ka ka’e haalli nageenyaa Sudaan yaaddessaa waan ta’eef miidhaan nurra dhaqqabaa jira jedhan lammileen Oromoo Sudaan jiraatan. Hiriira Kanaan walqabatees lammileen Oromoo reebichi akka irra dhaqqabe Sagale Ameerikaaf himanii jiru.

Galmoo Daawit dabalata qaba

Your browser doesn’t support HTML5

Dhiphuu Keessa Jirra, Jedhu Lammileen Oromoo Sudaan Jiran