Magaalaa Naqamtetti guyyaa kaleessaa namni tokko humna hidhateen ajjeefamee, tokko ka biraan ammoo madaa'uun himamee jira.
NAQAMTEE —
Gama biraan, barattootni Wallaggaa Yunivarsitii hanga humni hidhate magaalaa gadi dhiisee bahutti hin barannu jechuun mormnii isaanii ibsataa jiran.
Koomaand Poostiis tahe geggeessitoota godinichaa argachuuf yaaliin goone har'as hin milkoofne. Gabaasaa Naakoor Malkaa caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Haala Naqamtee