Itiyoophiyaa Waldaan Aksiyoonaa Barnootaa Waliif Jedhamuu Magaalaalee Oromiyaa 12 Keessatti Hojii Eegale Muddee 27, 2018 Tsehaay Daamxoo FINFINNEE — Waldaan Aksiyoonaa Barnootaa Waliif manneen barnootaa qulqullina isaaniin Afrikaa Bahaa keessatti fakkeenya tahan hojjechaa akka jiru dubbata. Yeroo ammaa waldichi, manneen barnootaa isaa Finfinnee keessa jiran dabalatee magaalaalee Oromiyaa 12 keessatti hojii barnootaa eegalee jira. Kana malees qo’annoo fi qorannaa qulqullina barnootaa ka geggeessuu fi leenjii kennu tahuu illee dubbata. Gabaastuu keenya haarawa Tsehaay Daamxoo tu Finfinnee irraa erge. Gabaasaa guutuu caqasaa Your browser doesn’t support HTML5 Waldaan Aksiyoonaa Barnootaa Waliif Jedhamuu Magaalaalee Oromiyaa 12 Keessatti Hojii Eegale