WASHINGTON,DC —
Your browser doesn’t support HTML5
Pirezidaantiin Oromiyaa duraanii,Juneddiin Saaddoo biyyatti galan
Obobo Juneydii bara 2001 haga Onkololeessaa bara 2005 Oromiyaa bulchanii achii obboo Abaaduulaa Gammadaatti irraa fuudhe.
Obboo Juneydiin mootummaa federaalaa keessatti itti gaafatama hedduu irra hojjatan.Biyyaa baqatanii bahanii hardha biyyatti deebihan.