BulchinsA magaalaa : Seera Kabajsisuuf Dirqamatu Nu irra Jira
WAASHINGITAN, DIISII —
Waldaan barsiisotaa magaalaa Sulultaa labsii mootummaan naannoo Oromiyaa baase irratti hundaa’uun lafa mana irratti ijaarrannu gaafannee eega kaartaa lafa manaa yokaan “Site Plan” argannee booda bulchiinsi magaalattii murtii kenne irra-deddeebi’ee jijjiiruudhaan haga ammaatti nu dhorkatee jira, jedha.
Bulchiinsi magaalaa Sulultaa ammoo seera bahe kabajchiisuuf dirqama tu nu irra jira jedha.
Gaaffii Deebii gaggeeffame Dhaggefadhaa
Your browser doesn’t support HTML5
Barsisoota Sulultaa: Lafa Seerri Kenne Nu Dhorkatan