WAASHINGITAN, DIISII —
Mootummoota abbaa irree biyyoota addunyaarra uggura kaa’udhaaf imaammatoonni baafaman Gamtaa Awroopaa fi Yunaayited Isteets qindoominan hojjachuu dhabuurraa kaayyoo akeekkame gahuu dhabuu isaa gaabaasni dhaabbanni qorannoo Rooyal Yunaaytid Serviis jedhamu baase beeksise.
Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa
Your browser doesn’t support HTML5
Qorannoo Haaraa: Qoqqobbiiwwan Kahaman Hojiirra Olchuu Irratti Ameerikaa fi Awrooppaa Edduu Qindoomni In Jiru