WAASHINGITAN, DIISII —
Kanneen Yunaayitid Isteets keessatti leenjii fi barnoota fudhatan – lammiwwan biyyoota Afrikaa kan irratti muuxannoo wal-jijjiiran, seminaarri guyyoota sadii Finfinnee keessatti jalqabamee jira. Biyyoota Afrikaa 10 keessaa kanneen walitti-dhufan – namoota Yunaayitid Isteets keessatti baratan yokaan leenjii fudhatan tu seminaarichatti hirmaata. Gabaasaa Eskindir Firew, Finfinnee irraa erge, Namoo tu dhiheessa.
Your browser doesn’t support HTML5
Seminaarin Kanneen Yunaaytid Isteetsitti Baratan Muuxanno Irratti Waljijjiiran Finfinneetti Geggeeffamaa Jira