Seenaa Lammiilee Ameerikaa Hidda Dhalata Aafrikaa
Uffata falmituu mirga dhala namaa Roozaa Paark Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa, keessatti agarsiisaf taa'e, waashingitan Diisii
Siidaa atleetota diddaa "black Power' jedhamu Olompikii bara 1968 irratti agarsiisaanii dhabbate, Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa,
Pirezdaant Baraak Obaamaa fi haadha warraa isaa Mishel Obaamaa, pirezdaant Joorji Buush fi haadha warraa isaa Laawuraa Buush, Daayreektarii Muziyemii Seenaa Lammiiwwaan Ameerikaa Hidda Dhalata Afrikaa qabanii wajjiin sirna eebba muziyemiichaa irratti ,Fulbaana 2016
Seenan pirezdaant Obaamaa fi maatii isaa agarsiisaaf yeroo dhihaatetti, Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa,
Bara ummaanni gurrachii Ameerikaa garbummaa jala ture qaccee ittiin gobamaa ture keessaa tokko, Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa,
Goojjoo garba keessa jiraachisaa turan, Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa,
Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidda dhalata Afrikaa, waashingitan Diisii
Konkoolaataa Chuck Berrii agarsiisaaf dhihaatee jiru, Chuck artiistii beekkamaa sirba "rock and roll' jedhamu jalqabe fi tabataa gitaariiti, Muziyemii Seenaa Lamiiwwaan Ameerikaa Hidda Dhalata Afrikaa, Waashingitan Diisii
Siidaawwaan lammilee Ameerikaa hidda dhalata Afrikaaa qabanii hojjii guuddaa hojjatanii dhabbatan keessaa tokko,
Siidaa Kilaaraa Braawoon. Kilaaraan maatii garba ture irraa bara 1800 godina Verjiiniyaatti dhalatte. Erga ummanni ishii bilisa bahee deebisanii hawaasa ijaaruu keessatti hojji guuddaa nama hojjatte, Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa,
Goojjoo garba keessa jiraachisaa turan,Muziyemii Seenaa Lamiiwwaan Ameerikaa Hidda Dhalata Afrikaa,
Gurraachaa Ameerikaa lola addunyaa lammaaffaa irratti hirmaatan kessaa, Muziyemii seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa,
Wellisaa Steevii Wondar yeroo muziyemiin seenaa lamiiwwaan Ameerikaa hidha dhalata Afrikaa banamuu argamee sirbee ture
Mana Maree Yunaaytid Isteetsitti bakka bu'aa ummataa joon Luwiis, hasaaha yeroo godhu, Muziyemii Seenaa Lamiiwwaan Ameerikaa Hidda Dhalata Afrikaa, Fulbaanaa 24, 2016,