Tabnii Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa han dhiiraa Sambat-suraa darbee, Amajjii 14, 2016 kaasee Gaabooitti geggeeffamaa jira. Suuraawwan kun guyyaa qohpiin baniinsaa itti godhamee kaasee amma ammaatti waan jiru amma tokko sin daawwachiisa.
Waancaa Kubbaa Miilaa Biyoota Afrikaa Marsaa 31ffaa
21
Dorgommii Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa Bara 2017, Gaaboon
22
Dorgommii Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa Bara 2017, Gaaboon