Muziyamiin Seenaa fi Aadaa Lammii Ameerikaa hidda Afrikaa ta'aniitii ijaarrame Sambatduraa darbe eebifame. Musiyemiin kun qaama Ismezooniyaan jedhamu han muziyemii baayye ofjalaa qabutti dabalama. Waashingitan Diisiin muziyamiiwaan kana dabalatee iddoo dawwannaa turistii hawwatu baayyee qabdi.
Muziyamiin Seenaa fi Aadaa Lammii Ameerikaa hidda Afrikaa Ta'aniitii Ijaarrame Sambatduraa Darbe Eebifame

5
Musiyamiin Seenaa fi Aadaa Lammii Ameerikaa hidda Afrikaa Ta'aniitii Ijaarrame Sambatduraa Darbe Eebifame

6
Mana marii Yunaaytid Isteets keessatti bakka bu'aan ummata godina Joorjiyaa Joon Luwiisebbaa musiyamii haaraa kana irratii hasaha godheera

7
Wellisaa Steevii Woonder sirba isaa 'Visions' jedhamu dhiheesse

8
Bulchituun Waashingitan Diisii, Muriyel Boowser sirna eebbaa musiyemii Seenaa fi Aadaa Lammii Ameerikaa hidda Afrikaa Ta'aniitii Ijaarrame irratti haasaha oggaa gootu