Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Sochii Sa’atiin Daangesse Kaase 


Mootummaan Naannoo Oromiyaa Sochii Sa’atiin Daangesse Kaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00

Mootummaan naannoo Oromiyaa rakkoo nageenyaa biyyaatti mudate hordofe sochii namaa fi konkolataa sa'aatiin daangessee ture har'a kaasuu isaa Abbaan Alangaa Waliigalaa Oromiyaa ifomseera.

Sadaasa 3 bara 2014 eegalee guyyoota shana darbaanif sa'aatiin dangessamee ka ture sochiin namoota fi konkolaatotaa raawwiin isaa qorataame gama dinagdeen dhiibbaa qabaachuun isaa waan beekameef akka ka’u tahuu hoggantuun Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Aadde Addunyee Ahimaad ibsaniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG