An oggaa oggaadhan kabajamu, Guyyaan Walabummaa Ameerikaa baranaa magaala guddoo biyyittii, Waashingitan Diisiitti bifa kaanaan oole. Galgalarra immoo, pirezdaant Doonald Traamp haasaha gochuuf jiu.
Suuraalee: Kabaja Guyyaa Walabummaa Yunaaytid Isteets
5
Ameerikaan Harra Guyyaa Walabummaa Ishee Waggaa 243ffaa Ayyaaneffattaa Jirti
6

7