Ayyaanni Irreechaa ayyaana Oromoonni biyyaa fi biyyaa bahanii jiraatan hoom gahee kabajna jedhanii eeggatani. Irreechi Birraa han hora Arsadee magaala Bishooftuu barana garuu akka yaaddamee fi barametti hin xumuramne. Lubbuu nama baayyeetu bade. Suuraawwaan kun haala ture amma tokko agarsiisan.
Kuusaa Suuraalee Kan Irreecha Bishooftuu Bara 2016 Haala Gaddisiisaadhan Darbe

9
Sirna Awwalchaa Tasfuu Taaddasaa, namoota Irreechaa Hora Arsadee irratti lubbuun isaanii bade keessaa tokko, Onkoloolessa 3, 2016

10
Hirmaatota Irreechaa aara nama imimmaanessuu fi dhukaasa dhagahamuu jalaa dheefan, Bishooftuu, Onkoloolessa 2, 2016

11
Dubartoota faaruu jechaa irreeffachuu dha gara malkaa Hora Arsadee deemaa turan, Bishooftu, Oromiyaa, Onkoloolessa 2, 2016

12
Namoonnii gaazii nama immimmaanessu itti firfiramee oggaa dheeffan, Bishooftuu, Oromiyaa, Onkoloolessa 2, 2016