Ayyaanni Irreechaa ayyaana Oromoonni biyyaa fi biyyaa bahanii jiraatan hoom gahee kabajna jedhanii eeggatani. Irreechi Birraa han hora Arsadee magaala Bishooftuu barana garuu akka yaaddamee fi barametti hin xumuramne. Lubbuu nama baayyeetu bade. Suuraawwaan kun haala ture amma tokko agarsiisan.
Kuusaa Suuraalee Kan Irreecha Bishooftuu Bara 2016 Haala Gaddisiisaadhan Darbe

5
Hirmaattota Irreechaa Hora Arsadee dhaadannoo diddaa dhageechisaa deeman, Bishooftuu, Oromiyaa, Onkoloolessa 2, 2016

6
Aara nama imimmaanessu han humnoonni mootummaa hirmaatota Irreechaati facaasan oggaa hirmaattonni ofirraa dhiqan, Bishooftuu, Onkoloolessa 2, 2016

7
Mormii Irreechaa Hora asadeetti , Bishooftuu, Onkoloolessa 2, 2016

8
Hirmaatota Irreecha mormii agarsiisaa deeman, Bishooftuu, Onkoloolessa 2, 2016