Manni maree dhimmootii daldalaa fi Tuurisimii Awrooppaa bara Itioophiyaa biyya filatamtuu daawwatoota hawattu kan bara 2015 gochuun moggaase.
Kan qalbii daawwatootaa hawwattu Itiyoophiyaa
1
Hara Xaanaa
2
Ittisa Faasil
3
Laallibalaa
4
Aksum