Daawwanaan muumeen ministeeraa Itiyoopiyaa Abiy Ahimad guyyaa tokkoof Tarkiitti taasisaan bu’a qabeessa akka ta ‘e ministeerrii dhimma alaa Itiyoophiyaa beekisiseera. Dubbi himaan ministeerichaa Ambaasader Dinaa Muftii daawwanichaa ilaalchisuudhaan ibsaa gaazexeessootaaf kenaniin biyyootan lamman dhimaa waraanaa dabalatee waligaltee 4 akka mallateessan himaniiru.
Ambaasaader Diinaan ibsa kan irratii waa’ee haasaa bakka bu’aa addaa Yunaayitid isteets Jeefrii Feeltmaani fi itti anaa muumee ministeera if ministeeraa dhimma alaa Itiyoopiyaa Damaqee Mekonin taasisaniis dubbataniiru.
Jeefrii Feeltmaan umanii Itiyoophiyaa waa’ee TPLF irratii ilaalchaa inni qabuu akka gaariitti hubachuu isaanii akka dubbatan Ambaasader Diinaan himuu isaanii gabaasinii malaskaachewu Ammahaa ibseera.