Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 26-ffaa, Finfiinnee
Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 26-ffaa, Amajii 30, 2016

1
Pireezdaantii Zimbaabuwee fi dura ta’aa gamtichaa Robeert Mugaabee yeroo hasaha godhan

2
Hindistan - Rama Navami festivalı

3
Dura ta'aa Gamtaa Afrikaa ta'ee han filatame, pireezdaantiin Chaad, Idiriis Deebii dura taa'aa duraanii Roobert Mugaabeerraa yeroo meeshaa wajjirichaa fudhatu, Amajjii 30, 2016

4
Itti gafatamaa Motummota Gamtoomanii Baan Ki-moon sirna baniinssa yaa'ii Gamtaa Afrikaa irratti hasaha yeroo godhan.