Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sababa Nageenyaan Kanneen Qe'ee Ofii Irraa Buqa'an Rakkoo Keessa Jiru


Rakkoo Nageenyaan Kanneen Qe'ee Ofii Irraa Buqa'an Rakkoo Keessa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:02 0:00

Rakkoo Nageenyaan Kanneen Qe'ee Ofii Irraa Buqa'an Rakkoo Keessa Jiru

Rakkinaa nageenyaa naannoo Oromiyaa bakka garagaraa keessatti mulachaa jiruun namoottan hedduun qe’ee isaanii gadii lakkisanii gara magaalotaa gurgudootti baqatanii jireenyaa qormaata qabeessa ta’e keessa jiru.

Mitikuu Fiqaaduu dhimma kana irratti namoottan qe’ee isaanii irraa buqa’an fi xiinxaltootaa haasofsiisuudhaan gabaasa qopheesse qabaa waliin Haacaqasnu.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG