Baaraak Obaamaan Kuubaa Dawwachaa Jira. Pireezdaanin Yunaaytid Isteets Kuubaa dawaachuu dha, oggaa 90 keessaatti Obaamaan han duraatti.
Pireezdaanin Yunaaytid Isteets Baaraak Obaamaan Kuubaa Dawwachaa Jira.

1
Obaamaan namoota buufata xiyyaaratti isa simmatan yeroo dubbisu, Havaanaa, Kuubaa, Bitooteessa 20,2016

2
Pireezdant Obaamaa fi Pireezdaantii Kuubaa Raawul Kaastiroo, masaraa mootummaa Kuubaa, keessatti. Bitooteessa 21, 2016 Havaanaa, Kuubaa (VOA)

3
Pireezdantin Yunaaytid Isteets Baaraak Obaamaa Kuubaa dawwachaa jira. (VOA)

4
Ijooleen Kuubaa pireezdant Baaraak Obaamaan yeroo darbu arguudhaa foodda irraa dhabbatanii. (VOA)